Jawar Mohammed's banner
Jawar Mohammed's profile picture

Jawar Mohammed

@Jawar_Mohammed • 470,018 subscribers

Interested in social movements, democratization. Currently member of Oromo Federalist Congress.

Shorts

Limmuu Kossaa/ Jimmaa =====•••••••====•• “Godina Jimmaa Aanaa Limmuu Kossaa Keessatti Waan Ta'aa Jiru. Haleellaa qor-qalbii hidhaa, doorsisaafi kan biroo dargaggoota irratti raawwataa jiru. Gurmuun Maafiyaa bulchaa aanichaa, hooggantoota poolisiifi RIB tokko tokko abbootii qabeenyaa sobaa duuba dhokachuun qabeenya ummataafi lafa dargaggootaaf kenname harka namoota dhuunfaatti naqachaa jiru. Gurmeessaan abbootii qabeenyaa sobaa Saayibuu Shariif jedhama. Saayibuun hambaa mootummaa wayyaaneeti. Namni kun haaromuu Bilxiginnaa dura bulchaa gandaa magaalaa Ambuyyee ture. Yeroo ammaa immoo garee maafiyaa qindeessuun harka wal keessa galfatanii qabeenya ummataa saamaa jiru. Murni kun bulchaa aanichaa Obboo Musxafaa Shariif, Itti Gaafatamaa Poolisii aanichaa Inspektara Kamaaliifi Ittaanaa Bulchaa Godinaa wajjin qindoomina uumuun badiiwwan armaan gadii raawwataniiru: 1. Dangaajjaa Soolee: Lafa Dargaggootaa fi Boora'uu Sammuu Hektaara 42 ol buna dargaggoonni 150 ol waggaa 4 oliif itti dadhabanii misoomsan, utuu irraa hin fayyadamiin bara 2018 harkaa fuudhame. Baruma kana kuntaala 400 ol baruma kana buna irraa funaananii Qarshii miliyoona 7 olitti gurguratan. Dargaggoonni kunneen hedduun miidhaa qor-qalbii garagaraaf saaxilaman. Kaan ammeenya isaanirratti raawwatameen biyyaa ba'an. Gariin immoo ammas cichanii falmiitti jiru. Gama biraatiin saamichi lafaa maqaa Industitiriin gaggeeffamaa jira. Lafa bunaa diimaa 2 fudhatanii, tokko Mahammazzeen A/Tamaamitti gurguran. Tokko ammoo Mana Barumsaa Bu'uura Boruu cufsiisanii ijaarrataa jiru. 2. Dirree Toggoo fi Geenaa Dambii: Maqaa abbaa qabeenyaa Mahammadawwal jedhuun lafa hektaara 120 ol dargaggoota 154 irraa ari'anii fudhatan. Dargaggoonni kunneen abdii kutatanii jiru. Ganda Geenaa Dambii keessaa maqaa abbaa qabeenyaa Mahammassaanii jedhuun dargaggoota 75 ol keessaa ari'anii, kaan hidhanii fudhatan. Fakkeenyaaf, namni Sulxaan jedhamu lafa facaasaa 16 harkaa fudhatamnaan maatiifi ilmaan isaa diigee bosona seeneera. Albuuda Dhakaa baasuun dargaggoonni hanga Oromiyaatti deemanii eeyyama baafatanii gibira kaffalaa jiran irraa ari'uun gurgurataa jiru. Pirojektiin aanichaa hundi dhakaa kanaan ijaarama. 3. Gandoota Biroo: Fakkeenyaaf Ganda Kamisee Baabiyaa buna abbaa qabeenyaa irraa maqaa "Bosonaatiin" fuudhame hektaara 110 ta'u itti galanii funaannachaa jiru. Ganda Woleensuutti immoo maqaa abbaa qabeenyaa Yasuuf jedhamuun dargaggoota mana hidhatti naquun hanga gubbaatti harka wal keessa naqatanii qabeenya isaanii saamaa jiru. Ganda Gaallee keessattis lafa qonnaa hektaara 200 ol humnaan dhuunfataniiru. Ganda Kossaa Geeshee keessattis Industirii buna diimaa dhuunfachuun poolisii aanichaa Insp. Kamaaliin jala dhokatanii hektaara 50 ol itti fudhataniiru. Dargaggoonni abdii kutatanii bosonatti galaa jiru. Ummanni keenya rakkoo hammaataa keessatti argama. Odeessa biraas siin geenya. Sagalee nuuf ta'i.”

16,580 görüntüleme

I have been reporting that local cadres are systematically filling voter registration cards using the names of individuals who never appeared to register, and, in some cases, people who do not even exist. According to multiple reports, officials have been instructed to register 1,500 voters per polling station regardless of whether eligible voters actually show up. The plan is then to cast ballots in those names on the eve of the election or on election day itself. The objective is clear: to manufacture the appearance of a massive voter turnout and counter opposition claims that large numbers of citizens have been unable to register because of the ongoing conflicts in Amhara and Oromia. Over the past weeks, I have posted evidence showing cadres filling out registration cards inside their offices. Here is further evidence: stacks of completed registration cards prepared in advance.

42,644 görüntüleme

Business owners across Ethiopia are reporting severe shortage of trucks to transport their goods, as many lorries have a been requisitioned by the government and are being used to transport soldiers to the north. Breakout of the war appears imminent.

65,847 görüntüleme

አሁን ይህ ታጣቂ ሀይል መንግስት ‘ሼኔ’ ብሎ የሚጠራው አማጺ ቡድን አይመስልም? እውነታው ግን መንግስት ከዚህ በፊት አመሳስሎ አደርጃቶ በድብቅ አሰማርቶ ወለጋ ላይ ህዝብ ሲይስፈጅበት ከቆየ በኋላ፣ ዋሺንግተን ፖስት ሲያጋልጠው፣ አሁን ደግሞ “የሰላም አላራጭ ተቀብለው እጅ ሰጡ” ብሎ ዜና ከሰርበት በኋላ፣ ትጥቅ ሳያስፈታ፣ ጸጉራቸውን እንኳ ሳይላጭ ዳጋም ያሰማራቸው ናቸው። በወለጋ፣ በአርሲና ዘዋ ዞኖች በመንቀሳቀስ ዘረፋና ግድያ ይፈጽማሉ። እንደ ድሮው በድብ ሳይሆን በመንግስት ኦራል እየተጓዙ፣ በዙ23 እየተደገፉ!

24,499 görüntüleme

“Down Down…” is coming back ?!

“Down Down…” is coming back ?!

27,934 görüntüleme

የቀድሞው የኦሮሚያ ፕረዚደንት ኩማ ደመቅሳ ለርስበርስ ጦርነቱ ዋናው ምክንያት የመብቶች መታፈን መሆኑን ሲናገሩ፣ የአብይን ፊት ተመልከቱ ፡)

27,230 görüntüleme

“ጃዌ ይኼ ማለት አ/አ ንፋስ ስልክ ላፎቶክ/ከተማ ነዉ ፡፡ መሬት አስተዳደር ህዝቡተማሯል ባለጉዳይ በማመላለስ 6 ወር እና ከዚያ በላይ የሆናቸዉ አሉ ፡፡ሙስናዉ ተንሰራፍቷል ፡፡ በተለይ ከድጅታልካርታ ጋር በተያያዘ ....!በሁሉም ክፍለከተማ የህዝብ ሮሮ አለአዳማጭ የለም ፡፡”

26,845 görüntüleme

INSA ሰራው ተብሎ አልነበር እንዴ? 😇

INSA ሰራው ተብሎ አልነበር እንዴ? 😇

26,122 görüntüleme

“After we said ‘we will end torture’, in the past six years, believe it or not, no one has been tortured in Ethiopia. We are proud of this” - Abiy Ahmed. Who should we believe? His words or our own eyes? What you see in this video is a horrific act of brutality in which government forces filmed themselves committing this inhumane torture against a young man. If this isn’t torture, I don’t know what is! The victim’s name was Osama Abdullahi. He was tortured in the Oromia region, Guji Zone, Goro Dola District, at Seranser School. After being subjected to prolonged torture for days he was brutally killed and his body was discarded. When I first received the video, I found it too horrifying to share it for the public. But since Abiy’s lie is exactly to cover up such crimes, I decided to share it.

Sensitive content

29,590 görüntüleme

Football fans are protesting after the government blocked them from entering the stadium to watch today’s match, fearing the gathering could turn into an anti-regime rally. Several dozen of them have been arrested.

24,249 görüntüleme

Hiking with Mini-Me 😀

Hiking with Mini-Me 😀

16,471 görüntüleme

የብልጭልጭ ሚኒስትሩ ባለፉት ሳምንታንት የተለያዩ ያደረጋቸው ረጃጅም ንግግሮች ሲጨመቁ፦ ህዝቡ፦ ኑሮ ከአቅም በላይ ተወደደ ለልጆቻችን ዳቦ መግዛት አቃተን አብይ፦ ኢትዮጲያ አለም ባስደመመ መልኩ እያደገች ነው። አይናችሁን ግልጡና እዩ ህዝብ፦ የተፈጥሮ አይናችን ችግር ካለበት እስኪ በልዩ መነፅር እንሞክረው 😎

20,147 görüntüleme

“ቶርቸር በኢትዮጵያ ይቁም ብለን ባለፉት ስድስት አመታት ብታምኑም ባታምኑም አንድ ሰው ኢትዮጲያ ውስጥ ቶርች አይደረግም። በዚህ እኛ እንንኮራለን” - አብይ አህመድ። ማንን እንመን? ወሬውን ወይስ አይናችንን? ይህ በቪዲዮ ላይ የምትመለከቱት ጭካኔ የተሞላበት ጥቃት በአንድ ወጣት ላይ የመንግስት ወታደሮች የሚፈጽሙት ዘግናኝ ድርጊት ቶርቸር ካልተባለ ምን ይባላል? ይህ ልጅ ስሙ ኦሳማ አብዱላሂ ይባላል። በኦሮሚያ ክልል ጉጂ ዞን ጎሮ ዶላ ወረዳ ሰራንሰር ትምህርት ቤት ውስጥ ለቀናት እንዲህ ካሰቃዩት በኋላ ገድለው ጥለውታል። ቪዲዮው ከደረሰኝ በኋላ፣ በጣም ዘግኛኝ ስለሆነ ማጋራት አልፈለኩም ነበር። ሆኖም የጠቅላዩ ቅጥፈት እንዲህ አይነቱን ግፍ ለመሸፈን ያሰበ ስለሆነ ማጋራት የግድ ይላል።

16,570 görüntüleme

Health professionals are protesting ahead of a potential general strike in seven days if their demands aren't met.

11,594 görüntüleme

“ቶርቸር በኢትዮጵያ ይቁም ብለን ባለፉት ስድስት አመታት ብታምኑም ባታምኑም አንድ ሰው ኢትዮጲያ ውስጥ ቶርች አይደረግም። በዚህ እኛ እንንኮራለን” - አብይ አህመድ። ማንን እንመን? ወሬውን ወይስ አይናችንን? ይህ በቪዲዮ ላይ የምትመለከቱት ጭካኔ የተሞላበት ጥቃት በአንድ ወጣት ላይ የመንግስት ወታደሮች የሚፈጽሙት ዘግናኝ ድርጊት ቶርቸር ካልተባለ ምን ይባላል? ይህ ልጅ ስሙ ኦሳማ አብዱላሂ ይባላል። በኦሮሚያ ክልል ጉጂ ዞን ጎሮ ዶላ ወረዳ ሰራንሰር ትምህርት ቤት ውስጥ ለቀናት እንዲህ ካሰቃዩት በኋላ ገድለው ጥለውታል። ቪዲዮው ከደረሰኝ በኋላ፣ በጣም ዘግኛኝ ስለሆነ ማጋራት አልፈለኩም ነበር። ሆኖም የጠቅላዩ ቅጥፈት እንዲህ አይነቱን ግፍ ለመሸፈን ያሰበ ስለሆነ ማጋራት የግድ ይላል።

Sensitive content

“ቶርቸር በኢትዮጵያ ይቁም ብለን ባለፉት ስድስት አመታት ብታምኑም ባታምኑም አንድ ሰው ኢትዮጲያ ውስጥ ቶርች አይደረግም። በዚህ እኛ እንንኮራለን” - አብይ አህመድ። ማንን እንመን? ወሬውን ወይስ አይናችንን? ይህ በቪዲዮ ላይ የምትመለከቱት ጭካኔ የተሞላበት ጥቃት በአንድ ወጣት ላይ የመንግስት ወታደሮች የሚፈጽሙት ዘግናኝ ድርጊት ቶርቸር ካልተባለ ምን ይባላል? ይህ ልጅ ስሙ ኦሳማ አብዱላሂ ይባላል። በኦሮሚያ ክልል ጉጂ ዞን ጎሮ ዶላ ወረዳ ሰራንሰር ትምህርት ቤት ውስጥ ለቀናት እንዲህ ካሰቃዩት በኋላ ገድለው ጥለውታል። ቪዲዮው ከደረሰኝ በኋላ፣ በጣም ዘግኛኝ ስለሆነ ማጋራት አልፈለኩም ነበር። ሆኖም የጠቅላዩ ቅጥፈት እንዲህ አይነቱን ግፍ ለመሸፈን ያሰበ ስለሆነ ማጋራት የግድ ይላል።

12,804 görüntüleme

Videos

Jawar_Mohammed's profile picture

መሳይ መኮንን እራሱን ለፋኖ እንደ ግንባር ቀደም ቃል አቀባይ (ልሳን) እያደረገ ስለሆነ፣ ድርጅቱን ወክሎ ለሚከተለው ጥያቄ መልስ እንደሚሰጥ ተስፋ አደርጋለሁ። ትናንት በጉራጌ ዞን አበሽጌ ወረዳ በሲቪሎች ላይ ስለተፈጸመው ጥቃት በፌስቡክ ገጹ በለጠፈው ጽሁፍ "በየት አድርጎ ጉራጌ ዞን የደረሰ ፋኖ ነው" ብሎ ነበር። አክሎም “የአከባቢው ባለስልጣናት የአበሸጌውን ጥቃት የሚፈጽሙት መነሻቸው ከኦሮሚያ ክልል የሆኑ ኦሮምኛ ተናጋሪ ታጣቂዎች ናቸው።" የሚል አንድምታ ቃል በቃል አስፍሯል። ነገር ግን የድርጊቱ ባለቤት እና በስፍራው ላይ ታጥቀው የሚንቀሳቀሱት እራሳቸውን “ፋኖ” በማለት እንደሚጠሩ እና ለሶስት አመት ያህል በጫካዎች ሲንቀሳቀሱ እንዳሉ የታጣቂዎቹ አዛዥ በግልጽ እየተናገረ ነው። (በዛሬው ዕለት Addis standard እና አዲስ አድማስ የመንግስት አመራሮችን እና የጥቃቱ ሰለባዎችን በማነጋገር ባገኙት ምላሽ ጥቃት አድራሾቹ እራሳቸውን “ፋኖ” በማለት የሚጠሩ ስለመሆናቸው የአዛዦቹን ስም ጭምር ጠቅሰው ዘግበዋል። የኔ ጥያቄ የነበረው፣ ይህ በዚያ አከባቢ ሲቪሎችን በጅምላ የሚገድለው እና አፍኖ ገንዘብ የሚያስከፍል ታጣቂ ቡድን፣ የአማራ ፋኖ ብሔራዊ ንቅናቄ አደረጃጀት አካል ነው ወይስ መሳይ እንደሚለው መንግስት አመሳስሎ ሰርቶ ያሰማራው ሽፍታ? (ይህ በምስል ላይ የሚታየው ሰው ተሺ በላይ የሚባል ሲሆን፣ ላለፉት ሶስት አመታት በጉራጌ ዞን አበሽጌ ወረዳ ውስጥ የሚንቀሳቀሰው "ፋኖ" የተባለው ስብስብ አዛዥ እንደሆነ የሚገልጽ ነው።)

Jawar Mohammed

71,879 görüntüleme • 1 ay önce

Jawar_Mohammed's profile picture

Limmuu Kossaa/ Jimmaa =====•••••••====•• “Godina Jimmaa Aanaa Limmuu Kossaa Keessatti Waan Ta'aa Jiru. Haleellaa qor-qalbii hidhaa, doorsisaafi kan biroo dargaggoota irratti raawwataa jiru. Gurmuun Maafiyaa bulchaa aanichaa, hooggantoota poolisiifi RIB tokko tokko abbootii qabeenyaa sobaa duuba dhokachuun qabeenya ummataafi lafa dargaggootaaf kenname harka namoota dhuunfaatti naqachaa jiru. Gurmeessaan abbootii qabeenyaa sobaa Saayibuu Shariif jedhama. Saayibuun hambaa mootummaa wayyaaneeti. Namni kun haaromuu Bilxiginnaa dura bulchaa gandaa magaalaa Ambuyyee ture. Yeroo ammaa immoo garee maafiyaa qindeessuun harka wal keessa galfatanii qabeenya ummataa saamaa jiru. Murni kun bulchaa aanichaa Obboo Musxafaa Shariif, Itti Gaafatamaa Poolisii aanichaa Inspektara Kamaaliifi Ittaanaa Bulchaa Godinaa wajjin qindoomina uumuun badiiwwan armaan gadii raawwataniiru: 1. Dangaajjaa Soolee: Lafa Dargaggootaa fi Boora'uu Sammuu Hektaara 42 ol buna dargaggoonni 150 ol waggaa 4 oliif itti dadhabanii misoomsan, utuu irraa hin fayyadamiin bara 2018 harkaa fuudhame. Baruma kana kuntaala 400 ol baruma kana buna irraa funaananii Qarshii miliyoona 7 olitti gurguratan. Dargaggoonni kunneen hedduun miidhaa qor-qalbii garagaraaf saaxilaman. Kaan ammeenya isaanirratti raawwatameen biyyaa ba'an. Gariin immoo ammas cichanii falmiitti jiru. Gama biraatiin saamichi lafaa maqaa Industitiriin gaggeeffamaa jira. Lafa bunaa diimaa 2 fudhatanii, tokko Mahammazzeen A/Tamaamitti gurguran. Tokko ammoo Mana Barumsaa Bu'uura Boruu cufsiisanii ijaarrataa jiru. 2. Dirree Toggoo fi Geenaa Dambii: Maqaa abbaa qabeenyaa Mahammadawwal jedhuun lafa hektaara 120 ol dargaggoota 154 irraa ari'anii fudhatan. Dargaggoonni kunneen abdii kutatanii jiru. Ganda Geenaa Dambii keessaa maqaa abbaa qabeenyaa Mahammassaanii jedhuun dargaggoota 75 ol keessaa ari'anii, kaan hidhanii fudhatan. Fakkeenyaaf, namni Sulxaan jedhamu lafa facaasaa 16 harkaa fudhatamnaan maatiifi ilmaan isaa diigee bosona seeneera. Albuuda Dhakaa baasuun dargaggoonni hanga Oromiyaatti deemanii eeyyama baafatanii gibira kaffalaa jiran irraa ari'uun gurgurataa jiru. Pirojektiin aanichaa hundi dhakaa kanaan ijaarama. 3. Gandoota Biroo: Fakkeenyaaf Ganda Kamisee Baabiyaa buna abbaa qabeenyaa irraa maqaa "Bosonaatiin" fuudhame hektaara 110 ta'u itti galanii funaannachaa jiru. Ganda Woleensuutti immoo maqaa abbaa qabeenyaa Yasuuf jedhamuun dargaggoota mana hidhatti naquun hanga gubbaatti harka wal keessa naqatanii qabeenya isaanii saamaa jiru. Ganda Gaallee keessattis lafa qonnaa hektaara 200 ol humnaan dhuunfataniiru. Ganda Kossaa Geeshee keessattis Industirii buna diimaa dhuunfachuun poolisii aanichaa Insp. Kamaaliin jala dhokatanii hektaara 50 ol itti fudhataniiru. Dargaggoonni abdii kutatanii bosonatti galaa jiru. Ummanni keenya rakkoo hammaataa keessatti argama. Odeessa biraas siin geenya. Sagalee nuuf ta'i.”

Jawar Mohammed

16,580 görüntüleme • 1 ay önce

Jawar_Mohammed's profile picture

No to Forced conscription.

Jawar Mohammed

19,519 görüntüleme • 1 ay önce